1
Wongeela Yohaannis 4:24
Waadaa Haarawa
Waaqinni Hafuura, worri isaa sagadan'llee Hafuuraa fi dhuga'aan, isaa sagaduun isaaniin irra ni mala.»
Yenzanisa
Ongorora {{vhesi}}
2
Wongeela Yohaannis 4:23
Garuu dhuga'aan ka sagadan, Waaqa Abba'aa fi dhuga'aa fi Hafuuraan dhuga'aan yeroon itti sagadan ni dhufa, gonkumaa ammaa dhufee jira, Waaqinni abbaan'llee ka barbaadu worra karaa kanaan isaaf sagadan.
3
Wongeela Yohaannis 4:14
bishaan ani kennu irraa ka dhugu garuu bara baraaf gonkumaa hin dheebotu, bishaan ani kennu nama dhuguuf, jireenna bara baraatiif ka burqqu, burqqaa bishaan jireennaa ni ta'a.»
4
Wongeela Yohaannis 4:10
Yesus'llee, «Kennaa Waaqaatii fi ‹bishaan ana obaasi!› ka siin jedhu eennuun akka ta'e uduu ka isa beekittu ta'ee, isa kadhachuun ka sirraa malu si ture, inni'llee bishaan jireennaa siif ni kennaa ture» jedheen.
5
Wongeela Yohaannis 4:34
Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Nyaanni kiyya fedhii ka ana ergee taasisu'uu fi hujii isaa'llee raawwachu'u.
6
Wongeela Yohaannis 4:11
Isiin'llee akkana jechu'uun ni deebifitte, «Yaa Gooftaa! Ati waan woraabdduun hin qabddu, boollitti'llee gad fago'o, eegaa, bishaan jireennaa eessaa argatta ree?
7
Wongeela Yohaannis 4:25-26
Dubarttiin'llee, «Kristos ka jedhamu Masihiin akka dhufu ni beeka, inni yoo dhufe waan maraa nu'utti ni hima» jetteen. Yesus'llee, «Kunoo! Ani ka ammaa si haasofsiisa'aa jiru isa» ni jedheen.
8
Wongeela Yohaannis 4:29
«Waan hojjadhe maraa nama natti hime koota'aatii laalaa! Yookiin inni Masihii ta'innaa laata?»
Pekutangira
Bhaibheri
Zvirongwa
Mavideo