1
Wongeela Luqaas 22:42
Waadaa Haarawa
«Yaa Abbaa! Fedhii kee yoo ta'e duloo rakkinnaa kana, ana irraa fageessi! Garuu fedhii kee haa ta'u malee fedhiin kiyya hin ta'in.»
Yenzanisa
Ongorora {{vhesi}}
2
Wongeela Luqaas 22:32
Garuu amantiin keessan akka hin banneef ani siif ni kadhadhe, yeroo deebitetti'llee, obboleeyyan kee jabeessi.»
3
Wongeela Luqaas 22:19
Itti aansee'llee Yesus hibsittii ol fuudhee eega galateeffateen duubatti, kukkutee barattoota isaatiin, «Hoo'aa, kun foon kiyya ka isiniif kennu, kana yaadannoo kiyyaaf taasfadhaa!» jedhee, isaaniif ni kenne.
4
Wongeela Luqaas 22:20
Akkuma kana irbaataan duubatti'llee duloo ol fuudhee isaanii kenneeti akkana isaaniin ni jedhe, «Duloon kun, waayee keessaniif ka jiguun ka raawwatamu waadaa haarawa.
5
Wongeela Luqaas 22:44
Onnee isaa titti'llee haalaan sarddamee haalaan ni kadhata ture, daniffi isaa'llee akka dhiigaa ta'ee, gara lafaa titti ni dhimmisa ture.
6
Wongeela Luqaas 22:26
Isin garuu akka isaanii ta'uu hin malu, kana irra isin keessaa ka guddaa ta'e akka diqqa'aa haa ta'u, itti gaafatamaa ka ta'e'llee akka tajaajila'aa haa ta'u.
7
Wongeela Luqaas 22:34
Yesus garuu, «Yaa Phexiros! Adha lukkuun uduu hin iyyin, ‹isa hin beekuun!› jettee, yeroo sadihii ana ni waakkatta, siin jedha» jedheen.
Pekutangira
Bhaibheri
Zvirongwa
Mavideo