1
Maatewos 18:20
Kakuu Haaraaka
Yo namii lamaa sadii wal walwalda'ee maqaa kiyyaan kadhate, anin jidduu warratti inargama” jedhe.
Порівняти
Дослідити Maatewos 18:20
2
Maatewos 18:19
“Ammallee waan anin isaniin jedhu, yo isan namii lama lafa tana irratti waldhaxxan Abbaan kiyya ka Waaqaa gubbaa waan isan kadhattan isanii kenna.
Дослідити Maatewos 18:19
3
Maatewos 18:2-3
Yesus gurbaa diqqaa tokko yaamee, jidduu warraa teesisee “Ilaalaa, yo jijjiiramtan akka ijoollee didiqqoo tanaa taatan malee, Mootummaa Waaqaa diqqoollee hinargattan.
Дослідити Maatewos 18:2-3
4
Maatewos 18:4
Nama akka daa'iima kanaa ufi diqqeessuutti Mootummaa Waaqaa keessatti nama cufaa irra guddaa.
Дослідити Maatewos 18:4
5
Maatewos 18:5
Namii marroo maqaa kiyyaatiif daa'iima akkanaa dhi'eessu cuftii na dhi'eessa” jedhe.
Дослідити Maatewos 18:5
6
Maatewos 18:18
“Anin dhuguma, isaniin jedhaa, waan isan lafa tana irratti hiitan, Waaqaa gubbaalletti hidhan; ammallee waan isan lafaatti hiittan Waaqaa gubbaalletti hiikan.”
Дослідити Maatewos 18:18
7
Maatewos 18:35
Tanaaf yo isan garaa keessan keessatti obbooleeyyan teessanii hinarraaramnee, Abbaan kiyya ka Waaqaa gubbaalleen akkasuma isan tolcha” jedhe.
Дослідити Maatewos 18:35
8
Maatewos 18:6
“Namii ammoo fulaa ijoollee didiqqoo akkanaa tana wallaalchisu, yo silaa dhakaa daakuu morma isatti hidhanii, dhimphuu galaanaa keessa buusan, irra wayya.
Дослідити Maatewos 18:6
9
Maatewos 18:12
“Maan seetaan? Namii hooliyyee dhibba tokkoo qabu, yo tokko bade, sagaltamii sagallan taan dheedatti lakkisee, tokkocha bade kaan barbaaduu hindhaquu?
Дослідити Maatewos 18:12
Головна
Біблія
Плани
Відео