1
Maarqoos 4:39-40
Kakuu Haaraaka
Yesus ka'ee, bubbee dhowwee, dha'aa bisaaniilleen “Callisi!” jedhe. Bubbeen callimnaan laftii caqalli jette. Jennaan innii warraan, “Maaf akkana sodaattan? Ammallee dhugeeffachaa inqabdanii?” jedhe.
Порівняти
Дослідити Maarqoos 4:39-40
2
Maarqoos 4:41
Warrii guddoo sodaatee, waliin, “Namii kun eennu, ka bubbee fi galaaniilleen sarmuuf?” jedhee walgaafate.
Дослідити Maarqoos 4:41
3
Maarqoos 4:38
Yesus ammoo hoboloo duuba, saaboo gubbaa rafuu jira. Biyyii isa dammassitee, “Aabboo, badiin teenna si hindhibduu?” jette.
Дослідити Maarqoos 4:38
4
Maarqoos 4:24
Ammallee innii warraan, “Waan dhageettan midhaaffadhaa! Waan isan namaa kennitan itti isanii daranii isaniillee kennan.
Дослідити Maarqoos 4:24
5
Maarqoos 4:26-27
Jennaan innii, “Mootummaan Waaqaa akka nama oobruu ufii keessatti midhaan facaafatee jirti. Namichii halkan rafee, guyyaa ka'a, adoo innii hinbeekkatin midhaalleen ba'anii guddattan.
Дослідити Maarqoos 4:26-27
6
Maarqoos 4:23
Namii gurra qabu ha dhaga'uu!” jedhe.
Дослідити Maarqoos 4:23
Головна
Біблія
Плани
Відео