1
Maarqoos 5:34
Kakuu Haaraaka
Innii isiin, “Intala, dhugeeffachaan tee la si fayyiftee, nagaan deem, dhukkuba kee fayyii” jedheen.
Порівняти
Дослідити Maarqoos 5:34
2
Maarqoos 5:25-26
Niitii, tokkotti jiraa ta ganna kudhanii lamaa dhiigii keessaa yaa'ee cituu didee gaargaalche. Isiin guddoo harka cirreeyyitti gaargaltee, horii hobbaafte, ammoo fayyuu dadhabdee haga qaraallee irra dhibamte.
Дослідити Maarqoos 5:25-26
3
Maarqoos 5:29
Hojjuma sun dhiigii yaasuma lakkisee, akka fayyitee nafa keessatti ufii beette.
Дослідити Maarqoos 5:29
4
Maarqoos 5:41
Harka isii qabee, “Xaaliita, quumii” jedheen akkas jechuun, intala, anin ka'i siin jedha jechuu.
Дослідити Maarqoos 5:41
5
Maarqoos 5:35-36
Adoo Yesus dubbachuu jiruu, namii garii ka mana nama guddaa suniitii dhufee waan jedheen, “Intaltiii tee la dootee; maaf ammallee teettee mooticha gaargalchitta?” jedhaniin. Yesus ammoo dubbii warraa caqasuu didee, guddaa Mana Waldeennaatin, “Hinsodaatin, ammoo dhugeeffachuma dhugeeffadhuu” jedhe.
Дослідити Maarqoos 5:35-36
6
Maarqoos 5:8-9
(Wantii innii akkas jedheef, waan Yesus qaraa jinnii suniin, “Jinnii, namicha kana keessaa ba'i” jedheef.) Duuba Yesus, “Maqaan kee eennu?” jedhee gaafannaan, innii, “Maqaan kiyya Gumii, nu hedduu” jedhe.
Дослідити Maarqoos 5:8-9
Головна
Біблія
Плани
Відео