1
Wongeela Yohaannis 7:38
Waadaa Haarawa
ka anatti amanu kitaabnni Qulqulluun akka jedhutti, burqqaan bishaan jireennaa keessa isaatii ni burqqa.»
Yenzanisa
Ongorora {{vhesi}}
2
Wongeela Yohaannis 7:37
Muummee ayyaanaa ka ta'e guyyaa ol aana'aan Yesus dhaabateeti, qoonqqa isaa'llee ol fudhatee akkana ni jedhe, «Ka bishaan dheebote yoo jiraate gara kiyya dhufee haa dhugu
3
Wongeela Yohaannis 7:39
Kana'llee ka dubbate worri isatti amanan isa irraa waayee ka fudhatanii, waayee Hafuura Qulqulluu'uu ture, Yesus'llee amma'llee gara ulfinnaa ol waan hin bayiniif, Hafuurri Qulqulluun hin kennamnneef ture.
4
Wongeela Yohaannis 7:24
Murtii dhuga'aa murteessaa malee, fuula namaa laalttanii dalo'oon hin murtteesinaa» isaaniin jedhe.
5
Wongeela Yohaannis 7:18
Mataa isaa irraa ka dubbatu ulfinna mataa isaa ni barbaada, ulfinna ka isa ergee ka barbaadu garuu inni dhugaalessa, sobinni'llee keessa hin jiru.
6
Wongeela Yohaannis 7:16
Kanaaf Yesus akkana jechu'uun ni deebise, «Barsiifnni kiyya ka ana erge Waaqa Abbaa irraa ka argame malee, ana irraayyii miti.
7
Wongeela Yohaannis 7:7
Biyyi lafaa isin jibbu'uuf hin dandda'u, ani garuu hujiin isaa hamaa ta'uu waan ragaa bayuuf, ana ni jibba.
Pekutangira
Bhaibheri
Zvirongwa
Mavideo